Nam_jabaa kana beektuuy laata? Abraham Jaallataa jedhama. Barreessa guddicha Fiilmii Afaan oromoo mata duree isaa #Eelaa jedhu waggoota hedduu dura barreesseedha. Akka afaan oromootti fiilmii inni barreesse kanaan filmiin dorgomu hin argamne. Nama dandeettii olaanaa qabuudha yeroo dhufu seenaa isaa dhiyeessina, akamiin gara fiilmii akka dhufes ni barreessina. Nu hordofaa.
