Walaloo
Gootota Oromoo maraaf .... Harka hin nyaanne keekii deemnaan moota kiyyoo Akka hintaane beeki seenaan gootaa biyyoo Goodaansaan sarmuuttii qabamee cuunfamaa Godaambaa saammuutti naqamee kuufama Akka waardiyyaati deemnaan ittiin bulu Wal'aansa biyyaati seenaa ittiin ulu Jigaaf hin eegani kan kumaan arganu Isaan geeraranii isumaan fakkanu Beenaan hirmii hinbaatu kan kaboota aarsu Seenaa rirmi hin nyaatu kanaaf goota faarsu Waan dubbistanif galatoomaa!
Comments
Post a Comment