Posts

Showing posts from August, 2022

Nam_jabaa kana beektuuy laata? Abraham Jaallataa jedhama. Barreessa guddicha Fiilmii Afaan oromoo mata duree isaa #Eelaa jedhu waggoota hedduu dura barreesseedha. Akka afaan oromootti fiilmii inni barreesse kanaan filmiin dorgomu hin argamne. Nama dandeettii olaanaa qabuudha yeroo dhufu seenaa isaa dhiyeessina, akamiin gara fiilmii akka dhufes ni barreessina. Nu hordofaa.

Image

Walaloo

Image
  Gootota Oromoo maraaf .... Harka hin nyaanne keekii deemnaan  moota kiyyoo Akka hintaane beeki seenaan gootaa biyyoo Goodaansaan sarmuuttii qabamee cuunfamaa Godaambaa saammuutti naqamee kuufama Akka waardiyyaati  deemnaan ittiin bulu Wal'aansa biyyaati seenaa ittiin ulu Jigaaf hin eegani kan kumaan arganu Isaan geeraranii isumaan fakkanu Beenaan hirmii hinbaatu kan kaboota aarsu Seenaa rirmi hin nyaatu kanaaf goota faarsu Waan dubbistanif galatoomaa!